-
Ermiyaas 51:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Saboota ishii irratti ramadaa,*
Mootota Meedon,+ bulchitoota ishii fi bulchitoota ishii warra gad aanoo hundumaa,
Akkasumas biyyoota isaan jalatti bulan hundumaa ishii irratti ramadaa.
29 Wanti Yihowaan Baabilon irratti yaade,
Jechuunis wanti inni biyyi Baabilon kan sodaachistuu fi bakka namni keessa hin jiraanne akka taatu gochuuf yaade waan raawwatamuuf,
Lafti ni kirkirti, ni raafamtis.+
-
-
Daaniʼel 5:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 “FEERES jechuun, mootummaan kee ni hirame; Meedonii fi Faarsiif ni kenname jechuu dha.”+
-