Daaniʼel 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Kana boodas ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, bineensa kan biraa qeerransa fakkaatu tokko nan arge;+ taʼus dugda isaa irraa qoochoowwan kan allaattii fakkaatan afur qaba ture. Bineensichi mataa afur qaba ture;+ akka bulchuufis aangoon isaaf ni kenname. Daaniʼel 8:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Anis ilaaluu koo yommuun itti fufu, kunoo, korbeessi reʼee+ tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuree kallattii dhihaa* irraa ni dhufe. Reʼeen kun ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa guddaa tokko qaba ture.+ Daaniʼel 8:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+ Daaniʼel 11:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Mootiin jabaan tokko kaʼee humna guddaadhaan* ni bulcha,+ wanta barbaades ni raawwata.
6 “Kana boodas ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, bineensa kan biraa qeerransa fakkaatu tokko nan arge;+ taʼus dugda isaa irraa qoochoowwan kan allaattii fakkaatan afur qaba ture. Bineensichi mataa afur qaba ture;+ akka bulchuufis aangoon isaaf ni kenname.
5 Anis ilaaluu koo yommuun itti fufu, kunoo, korbeessi reʼee+ tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuree kallattii dhihaa* irraa ni dhufe. Reʼeen kun ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa guddaa tokko qaba ture.+
21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+