-
Daaniʼel 11:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Inni isatti dhufu wanta barbaade ni raawwata; kan isa dura dhaabbatu tokko illee hin jiru. Inni biyya bareedduu+ taate keessa ni dhaabbata; haxaaʼee balleessuufis dandeettii ni qabaata.
-