LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 48:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,

      Magaalaan Mootii isa Guddaas,+

      Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+

  • Daaniʼel 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isaan keessaa isa tokko irratti gaanfi xinnoon kan biraan ni biqile; inni gara kibbaatti, gara bahaattii* fi gara biyya bareedduu taatetti+ baayʼee guddate.

  • Daaniʼel 11:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Inni biyya bareedduu+ taatetti ni seena; biyyoonni hedduunis akka gufatan ni godhamu. Haa taʼu malee, Edoomii fi Moʼaab, akkasumas Amoonota keessaa kutaan inni guddaan harka isaa jalaa ni oolu.

  • Daaniʼel 11:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Inni dunkaanota mootii* isaa galaana guddichaa fi gaara qulqulluu isa biyya bareedduu+ keessa jiru gidduu ni dhaaba; inni dhumni isaa ni dhufa; kan isa gargaarus hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi