Daaniʼel 10:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis yommuu inni dubbatu sagalee isaa nan dhagaʼe; yommuun sagalee isaa dhagaʼu garuu adda kootiin lafatti gombifamee hirribni cimaan na fudhate.+ 10 Achiis harki tokko na tuqe;+ innis jilbeenfadhee harka kootiin lafa qabadhee akkan kaʼu godhe.
9 Achiis yommuu inni dubbatu sagalee isaa nan dhagaʼe; yommuun sagalee isaa dhagaʼu garuu adda kootiin lafatti gombifamee hirribni cimaan na fudhate.+ 10 Achiis harki tokko na tuqe;+ innis jilbeenfadhee harka kootiin lafa qabadhee akkan kaʼu godhe.