LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 7:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Inni Isa Hundaa Olii ni arrabsa;+ qulqulloota kan Isa Hundumaa Gararraa taʼan rakkisuu isaas itti fufa. Inni barootaa fi seera jijjiiruu ni yaada; isaanis bara tokko, barootaa fi walakkaa baraatiif* harka isaatti dabarfamanii ni kennamu.+

  • Daaniʼel 8:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Baayʼee guddachuu isaatiin kan kaʼes raayyaa samii bira gaʼe; raayyaa sanaa fi urjiilee keessaa tokko tokkos lafatti kuffise; achiis isaan dhidhiite.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi