LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis namichi uffata quncee talbaa irraa tolfame uffatee fi bishaan laga sanaa gubbaa jiru harka isaa mirgaa fi harka isaa bitaa gara samiitti ol kaasee Waaqa isa bara baraaf jiraatuun+ kakatee akkana jedhee yommuu deebisu nan dhagaʼe: “Bara murteeffame, baroota murteeffamanii fi walakkaa baraatu* darba. Akkuma isaan humna saba qulqulluu caccabsanii xumuraniin+ wantoonni kun hundi ni raawwatamu.”

  • Mulʼata 13:5-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Afaan of tuulummaadhaan dubbatuu fi Waaqa ittiin arrabsus bineensichaaf ni kenname; wanta barbaade akka hojjetuufis jiʼa 42f+ aangoon isaaf kenname. 6 Innis Waaqa arrabsuuf,+ jechuunis maqaa isaa, bakka jireenyaa isaa fi warra samii keessa jiraatan+ arrabsuuf afaan isaa bane. 7 Qulqulloota irratti waraana akka banuu fi akka isaan injifatuuf isaaf ni heyyamame;+ gosa, uummata, qooqaa fi saba hundumaa irrattis aangoon isaaf ni kenname.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi