Mulʼata 12:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kanaafuu, jawween sun dubartittiitti aaree, warra sanyii ishii+ keessaa hafan, warra ajaja Waaqayyoo eeganii fi waaʼee Yesuus dhugaa akka baʼan hojiin isaaniif kenname irratti waraana banuuf deeme.+
17 Kanaafuu, jawween sun dubartittiitti aaree, warra sanyii ishii+ keessaa hafan, warra ajaja Waaqayyoo eeganii fi waaʼee Yesuus dhugaa akka baʼan hojiin isaaniif kenname irratti waraana banuuf deeme.+