Daaniʼel 6:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Akka kanaan Daaniʼel mootummaa Daariyosii+ fi mootummaa Qiiros isa nama Faarsi+ taʼe sanaa keessatti milkaaʼina ni argate. Daaniʼel 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Daariyos+ inni nama biyya Meedon taʼe bulchuu jalqabee waggaa tokkoffaa isaatti, ani Mikaaʼeliin* jajjabeessuu fi cimsuuf* dhaabbadheen ture.
28 Akka kanaan Daaniʼel mootummaa Daariyosii+ fi mootummaa Qiiros isa nama Faarsi+ taʼe sanaa keessatti milkaaʼina ni argate.
11 “Daariyos+ inni nama biyya Meedon taʼe bulchuu jalqabee waggaa tokkoffaa isaatti, ani Mikaaʼeliin* jajjabeessuu fi cimsuuf* dhaabbadheen ture.