Daaniʼel 5:30, 31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Halkanuma sana Belshaazaar inni mootii Kaladootaa taʼe ni ajjeefame.+ 31 Achiis Daariyos+ inni nama biyya Meedon taʼe mootummaa isaa ni fudhate; umuriin isaa gara waggaa 62 ture. Daaniʼel 9:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Waggaa jalqabaa Daariyos+ ilma Ahaashweros isa nama Meedon taʼee fi mootummaa Kaladootaa irratti mootii godhame sanaatti,+
30 Halkanuma sana Belshaazaar inni mootii Kaladootaa taʼe ni ajjeefame.+ 31 Achiis Daariyos+ inni nama biyya Meedon taʼe mootummaa isaa ni fudhate; umuriin isaa gara waggaa 62 ture.
9 Waggaa jalqabaa Daariyos+ ilma Ahaashweros isa nama Meedon taʼee fi mootummaa Kaladootaa irratti mootii godhame sanaatti,+