Baʼuu 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu Yihowaan Museedhaan, “Amma wantan Faraʼoon irratti raawwadhu ni argita.+ Harki jabaan akka inni isaan erguuf isa dirqisiisa; akka inni biyya isaatii isaan geggeessuufis harki jabaan isa dirqisiisa” jedhe.+
6 Kanaafuu Yihowaan Museedhaan, “Amma wantan Faraʼoon irratti raawwadhu ni argita.+ Harki jabaan akka inni isaan erguuf isa dirqisiisa; akka inni biyya isaatii isaan geggeessuufis harki jabaan isa dirqisiisa” jedhe.+