LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 9:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo Yerusaalemiin iddoo ishiitti deebisuu fi deebisanii ijaaruuf+ ajajni itti kenname irraa jalqabee hamma Masiihiin*+ inni Geggeessaa+ taʼe dhufutti torbeen 7 fi torbeen 62 akka taʼu beeki, hubadhus.+ Ishiin iddoo ishiitti ni deebiti, deebitees ni ijaaramti; addabaabayiinii fi boʼoon ishii deebiʼee ni ijaarama; kun kan taʼu garuu yeroo rakkisaa keessatti dha.

  • Yohaannis 1:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Filiphoos Naatnaaʼeliin+ argatee, “Yesuus ilma Yoseef+ isa biyya Naazireet, isa Museen Seericha keessatti waaʼee isaa barreessee fi Raajonni waaʼee isaa barreessan arganneerra” isaan jedhe.

  • Yohaannis 1:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Naatnaaʼelis deebisee, “Rabbii, ati Ilma Waaqayyoo ti; ati Mootii Israaʼeli”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi