LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 28:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Isaan Nebukadnezaar mootii Baabilon akka tajaajilaniif, ani morma saboota kana hundumaa irra waanjoo sibiilaa nan kaaʼa; isaanis isa ni tajaajilu.+ Bineensota bosonaa illee isaaf nan kenna.”’”+

  • Daaniʼel 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yaa mootii, Waaqni Inni Hundaa Olii Nebukadnezaar abbaa keetiif mootummaa, guddina, kabajaa fi ulfina kennee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi