LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 2:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Atis ilaaluu kee itti fufte; dhagaan tokko harki utuu isa hin tuqin fottoqee yommuu buʼu ni argite; dhagichis siidaa sana miila isaa isa sibiilaa fi suphee irraa tolfame sana rukutee caccabse.+ 35 Yeroo sanatti sibiilli, supheen, sibiilli diimaan, meetiinii fi warqiin sun hundi caccabee akkuma habaqii oobdii bonaa irra jiruu ni taʼe; bubbeen haxaaʼee waan isaan fudhateef, isaan keessaa wanti tokko illee hin hafne. Dhagaan siidaa sana rukute garuu gaara guddaa taʼe; guutummaa lafaas ni uwwise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi