LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 2:44, 45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Bara mootota sanaatti Waaqni samii mootummaa matumaa hin balleeffamne+ tokko ni hundeessa.+ Mootummaan kunis saba kan biraa kamitti iyyuu dabarfamee hin kennamu.+ Innis mootummoota kana hundumaa caccabsee ni balleessa;+ kophaa isaas bara baraaf ni dhaabbata;+ 45 kunis akkuma dhagaan tokko utuu harki isa hin tuqin gaara sana irraa fottoqee baʼee sibiila, sibiila diimaa, suphee, meetii fi warqii sana yommuu caccabsu argite sanaa ni taʼa.+ Waaqni inni Guddaan wanta gara fuulduraatti raawwatamu mootichatti beeksiseera.+ Abjuun kun dhugaa dha; hiikni isaas amansiisaa dha.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi