-
Daaniʼel 6:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Namoonni bulchiinsa mootummaa koo jala jiran hundi Waaqa Daaniʼel duratti sodaadhaan akka romʼan ajaja kenneera.+ Sababiin isaas, inni Waaqa jiraataa bara baraaf jiraatu dha. Mootummaan isaa matumaa hin balleeffamu; bulchiinsi* isaas kan bara baraa ti.+ 27 Inni ni oolcha,+ ni fayyisas; samii keessattis taʼe lafa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan ni raawwata;+ inni harka leencotaa irraa Daaniʼeliin oolcheera.”
-