Daaniʼel 4:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘Haa taʼu malee, gufuun mukichaa hidda isaa wajjin akka dhiifamu+ waan dubbatameef, atis bulchaa dhugaan samii keessa akka jiru* erga beektee booda mootummaan kee siif deebiʼa.
26 “‘Haa taʼu malee, gufuun mukichaa hidda isaa wajjin akka dhiifamu+ waan dubbatameef, atis bulchaa dhugaan samii keessa akka jiru* erga beektee booda mootummaan kee siif deebiʼa.