-
Isaayyaas 47:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Gorsitoota kee warra hedduu taʼaniin kan kaʼe dadhabdeetta.
-
-
Daaniʼel 2:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Daaniʼelis akkana jedhee mootichaaf deebise: “Namoota ogeeyyii, warra hooda dubbatan, luboota falfala raawwatan yookiin warra urjii lakkaaʼan keessaa tokko illee iccitii mootichi gaafate kana isatti himuu hin dandaʼu.+
-
-
Daaniʼel 5:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yeroo kanatti namoonni ogeeyyiin mootichaa hundi ol ni seenan; haa taʼu malee, barreeffama sana dubbisuus taʼe hiika isaa mootichatti himuu hin dandeenye.+
-
-
Daaniʼel 5:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Namoonni ogeeyyiinii fi warri hooda dubbatan barreeffama kana akka dubbisanii fi hiika isaa akka natti himaniif na duratti dhiheeffamanii turan; taʼus isaan hiika ergaa kanaa dubbachuu hin dandeenye.+
-