Isaayyaas 28:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Gonfoo* machooftuuwwan Efreem+ ishii na argaa na argaa jettuuf,*Akkasumas, abaaboo coolligaa faaya miidhaginaa ishii taʼe,Isa mataa lafa gabbataa sululichaa kan warra daadhii wayiniitiin moʼamanii taʼe irra jiruuf wayyoo! Amoos 8:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Warri balleessaa Samaariyaatiin kakatan,+Warri, “Yaa Daan, waaqa kee isa jiraataadhaan ni kakanna!”+ Akkasumas, “Daandii Ber Sheebaa+ isa jiraataadhaan ni kakanna!” jedhanNi kufu, lammatas hin kaʼan.’”+ Miikiyaas 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kun hundi kan taʼu fincila Yaaqoobiin,Cubbuu mana Israaʼeliin kan kaʼe dha.+ Fincilli Yaaqoob maali dha? Samaariyaa mitii?+ Iddoowwan ol kaʼoon Yihudaa hoo maal faʼi?+ Yerusaalem mitii?
28 Gonfoo* machooftuuwwan Efreem+ ishii na argaa na argaa jettuuf,*Akkasumas, abaaboo coolligaa faaya miidhaginaa ishii taʼe,Isa mataa lafa gabbataa sululichaa kan warra daadhii wayiniitiin moʼamanii taʼe irra jiruuf wayyoo!
14 Warri balleessaa Samaariyaatiin kakatan,+Warri, “Yaa Daan, waaqa kee isa jiraataadhaan ni kakanna!”+ Akkasumas, “Daandii Ber Sheebaa+ isa jiraataadhaan ni kakanna!” jedhanNi kufu, lammatas hin kaʼan.’”+
5 Kun hundi kan taʼu fincila Yaaqoobiin,Cubbuu mana Israaʼeliin kan kaʼe dha.+ Fincilli Yaaqoob maali dha? Samaariyaa mitii?+ Iddoowwan ol kaʼoon Yihudaa hoo maal faʼi?+ Yerusaalem mitii?