-
2 Mootota 14:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Kunis kan taʼe, Yihowaan rakkina cimaa Israaʼel irra gaʼe waan argeef ture.+ Warra gargaarsa hin qabne yookiin warra dadhaboo taʼan dabalatee, Israaʼeliin kan gargaaru tokko illee hin jiru ture.
-