LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa kee utuma ati ilaaltuu namoota kaaniif ni kennamu;+ atis yeroo hundumaa isaan ni yaadda, garuu homaa gochuu hin dandeessu.

  • Keessa Deebii 32:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Warra ala jiran goraadeen ni fixa;+

      Warri keessa jiran immoo ni sodaatu;+

      Dargaggootaa fi durboota,

      Daaʼimmanii fi maanguddoota irras kanumatu gaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi