-
Baʼuu 12:50, 51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 Kanaafuu, Israaʼelonni hundi akkuma Yihowaan Musee fi Aaroniin ajaje ni godhan. Isaan akkanuma ni godhan. 51 Guyyuma kanatti Yihowaan Israaʼelota hundumaa* biyya Gibxii keessaa ni baase.
-