-
Faarfannaa 50:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Isin warri Waaqayyoon irraanfattan,+ maaloo wanta kana qalbeeffadhaa;
Taʼuu baannaan, namni isin oolchu tokko illee utuu hin jiraatin isinan ciccira.
-
-
Hoseʼaa 5:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Ani Efreemitti leenca saafela,
Mana Yihudaattis leenca cimaa nan taʼa.
-