Isaayyaas 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, ati Waaqa isa fayyisaa kee taʼe irraanfatteetta;+Qarsaa+ dahoo keetiis utuu hin yaadatin hafteetta. Biqiltoota mimmiidhagoo* kan dhaabde,Damee ormaas* isa gidduutti kan dhaabde kanaafi.
10 Sababiin isaas, ati Waaqa isa fayyisaa kee taʼe irraanfatteetta;+Qarsaa+ dahoo keetiis utuu hin yaadatin hafteetta. Biqiltoota mimmiidhagoo* kan dhaabde,Damee ormaas* isa gidduutti kan dhaabde kanaafi.