Abbootii Murtii 10:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isin garuu na dhiistanii waaqolii kan biroo tajaajiltan.+ Ani kana booda kanan isin hin oolchine kanaafi.+ Ermiyaas 3:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 ‘Yaa mana Israaʼel, akkuma haati manaa takka gantummaadhaan abbaa manaa* ishii dhiistutti, atis dhugumaan gantummaa na irratti raawwatteetta’+ jedha Yihowaan.”
13 Isin garuu na dhiistanii waaqolii kan biroo tajaajiltan.+ Ani kana booda kanan isin hin oolchine kanaafi.+
20 ‘Yaa mana Israaʼel, akkuma haati manaa takka gantummaadhaan abbaa manaa* ishii dhiistutti, atis dhugumaan gantummaa na irratti raawwatteetta’+ jedha Yihowaan.”