7 Yihowaan Ulfina Yaaqoobiin akkana jedhee kakateera:+
‘Ani gocha isaanii hundumaa matumaa hin irraanfadhu.+
8 Kanaan kan kaʼes biyyattiin ni jeeqamti,
Jiraattonni ishii hundis ni gaddu.+
Guutummaan biyyattii akka Abbayyaatti ol ni kaati;
Akkuma Abbayyaa Gibxiitti ol kaatee gad ni lixxi.’+