Miikiyaas 7:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ani garuu dammaqinaan Yihowaa eeggachuu koo ittan fufa.+ Waaqa fayyinaa koo obsaan* nan eeggadha.+ Waaqni koo na dhagaʼa.+ Anbaaqom 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ani garuu, Yihowaatti nan gammada;Waaqa fayyinaa kootiin kan kaʼes nan ililcha.+
7 Ani garuu dammaqinaan Yihowaa eeggachuu koo ittan fufa.+ Waaqa fayyinaa koo obsaan* nan eeggadha.+ Waaqni koo na dhagaʼa.+