-
Yooʼel 1:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Ibiddi iddoowwan dheedichaa lafa onaa waan gubeef,
Laboobni ibiddaas mukeetii dirree keessa jiran hundumaa waan fixeef,
Yaa Yihowaa, ani gargaarsaaf sin waammadha.+
-