LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 36:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Inni coccopha bishaanii ol ni harkisa;+

      Hurriin isaas gara bokkaatti ni jijjiirama;

      28 Achiis duumessi gad isa roobsa;+

      Innis ilmaan namaa irratti gad ni dhangalaʼa.

  • Lallaba 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Lageen* hundi gara galaanaatti yaaʼu, taʼus galaanichi hin guutu.+

      Lageen gara iddoo keessaa yaaʼanitti deebiʼu, isaan yaaʼuu isaanii itti fufuuf achumatti deebiʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi