-
1 Mootota 18:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis Eeliyaasiin akkuma argeen, “Inni Israaʼel irratti rakkina guddaa fidaa* jiru siʼii?” isaan jedhe.
-
-
1 Mootota 22:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Mootiin Israaʼelis Yoshaafaaxiin, “Karaa isaa Yihowaa gaafachuu kan dandeenyu namni hafe tokko jira;+ garuu inni waaʼee koo wanta hamaa malee takkaa raajii gaarii waan hin dubbanneef+ ani isa nan jibba.+ Innis Mikaayaa ilma Yimlaa ti” jedhe. Yoshaafaax garuu, “Mootichi wanta akkanaa dubbachuu hin qabu” isaan jedhe.
-