LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 30:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Sababiin isaas, isaan saba fincilu,+ ilmaan gowwoomsitoota taʼan,+

      Ilmaan seera* Yihowaa dhagaʼuuf fedhii hin qabne dha.+

      10 Isaan warra mulʼata arganiin, ‘Mulʼata hin ilaalinaa’ jedhu.

      Raajotaanis akkana jedhu: ‘Mulʼata dhugaa nutti hin himinaa.+

      Wanta nu gammachiisu* nutti himaa; abjuu sobaas nuuf ilaalaa.+

  • Ermiyaas 38:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Bulchitoonni sunis mootichaan akkana jedhan: “Inni dubbii akkanaa isaanitti dubbachuudhaan hamilee* loltoota magaalaa kana keessatti hafanii, hamilee namoota hundumaas laaffisaa waan jiruuf, maaloo namichi kun akka ajjeefamu godhi.+ Sababiin isaas, namichi kun nagaa saba kanaa utuu hin taʼin badiisa isaanii barbaada.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi