16 Dhiqadhaa, of qulqulleessaa;+
Gochawwan hamminaa keessan na duraa balleessaa;
Wanta hamaa raawwachuu keessan dhiisaa.+
17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+
Isa nama cunqursu sirreessaa,
Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif falmaa,
Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+