Amoos 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani fincilli* keessan hammam akka baayʼate,Cubbuun keessanis hammam guddaa akka taʼe beeka,Isin isa qajeelaa ni miitu,Mattaʼaa* ni fudhattu,Karra magaalaa irrattis isa hiyyeessa mirga isaa ni dhowwattu.+
12 Ani fincilli* keessan hammam akka baayʼate,Cubbuun keessanis hammam guddaa akka taʼe beeka,Isin isa qajeelaa ni miitu,Mattaʼaa* ni fudhattu,Karra magaalaa irrattis isa hiyyeessa mirga isaa ni dhowwattu.+