-
Isaayyaas 10:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Warra dambiiwwan miidhaa geessisan baasaniif,+
Warra yeroo hundumaa labsiiwwan nama cunqursan qopheessaniif wayyoo!
-
-
Amoos 2:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yihowaan akkana jedha:
‘Fincila Israaʼel siʼa sadii,+ eeyyee siʼa afur raawwatteen kan kaʼe, ani murtoo koo hin jijjiiru;
Sababiin isaas, isaan meetiidhaaf jedhanii isa qajeelaa,
Kophee cimdii tokkoof jedhaniis isa hiyyeessa gurguru.+
Abbaa fi ilmi intala takka wajjin saalqunnamtii raawwachuudhaan
Maqaa koo isa qulqulluu xureessu.
-