Keessa Deebii 27:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “‘Namni nama biyya ormaa, mucaa abbaa hin qabne* yookiin dubartii abbaan manaa irraa duʼe+ jalaa murtii jalʼisu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.) Yaaqoob 1:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+
19 “‘Namni nama biyya ormaa, mucaa abbaa hin qabne* yookiin dubartii abbaan manaa irraa duʼe+ jalaa murtii jalʼisu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)
27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+