1 Mootota 22:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Seenaan Ahaab inni hafee fi wanti inni godhe hundi, manni* inni ilka arbaatiin ijaaree+ fi magaalonni inni ijaare hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Israaʼel dubbatu keessatti barreeffameera mitii?
39 Seenaan Ahaab inni hafee fi wanti inni godhe hundi, manni* inni ilka arbaatiin ijaaree+ fi magaalonni inni ijaare hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Israaʼel dubbatu keessatti barreeffameera mitii?