Isaayyaas 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan Gooftaan Raayyaa namoota oolan muraasa utuu nuuf hin hambisne taʼee,Silaa akkuma Sodoom taana,Gomoraas ni fakkaanna turre.+ Amoos 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yommuu hoomaan awwaannisaa sun biqiltuu biyyattii nyaatee fixutti, “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, maaloo dhiifama isaaniif godhi!+ Yaaqoob dadhabaa waan taʼeef, akkamitti kana irraa ooluu* dandaʼa?”+ nan jedhe.
9 Yihowaan Gooftaan Raayyaa namoota oolan muraasa utuu nuuf hin hambisne taʼee,Silaa akkuma Sodoom taana,Gomoraas ni fakkaanna turre.+
2 Yommuu hoomaan awwaannisaa sun biqiltuu biyyattii nyaatee fixutti, “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, maaloo dhiifama isaaniif godhi!+ Yaaqoob dadhabaa waan taʼeef, akkamitti kana irraa ooluu* dandaʼa?”+ nan jedhe.