Ermiyaas 23:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Namni bakka dhokataa ani itti isa arguu hin dandeenyetti dhokachuu dandaʼu jiraa?”+ jedha Yihowaan. “Ani samiiwwanii fi lafa guuteen jira mitii?”+ jedha Yihowaan.
24 “Namni bakka dhokataa ani itti isa arguu hin dandeenyetti dhokachuu dandaʼu jiraa?”+ jedha Yihowaan. “Ani samiiwwanii fi lafa guuteen jira mitii?”+ jedha Yihowaan.