LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 16:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ammas Yihowaan akkana jedha: “Waggaa sadii keessatti, akkuma bara nama mindeeffamee hojjetuutti,* ulfinni Moʼaab jeequmsa guddaa akaakuu hundumaatiin ni salphifama; warri hafanis baayʼee muraasaa fi humna kan hin qabne ni taʼu.”+

  • Ermiyaas 48:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Hojii kee fi qabeenya keetti waan amanamteef,

      Atis ni qabamta.

      Kemoosh+ luboota isaa fi bulchitoota isa tajaajilanii wajjin

      Boojuudhaan ni fudhatama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi