Hoseʼaa 8:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, Efreem cubbuu hojjechuuf iddoo aarsaa baayʼifateera.+ Isaan iddoo aarsaa inni cubbuu ittiin hojjetu isaaf taʼaniiru.+ Hoseʼaa 10:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Israaʼel muka wayinii mancaʼaa* jiruu fi firii godhatu dha.+ Hammuma firiin isaa baayʼachaa deemu, iddoowwan aarsaa isaas ni baayʼifate;+Hammuma lafti isaa oomisha gaarii kennu, utubaawwan waaqeffannaa isaas caalaatti ni bareeche.+
11 Sababiin isaas, Efreem cubbuu hojjechuuf iddoo aarsaa baayʼifateera.+ Isaan iddoo aarsaa inni cubbuu ittiin hojjetu isaaf taʼaniiru.+
10 “Israaʼel muka wayinii mancaʼaa* jiruu fi firii godhatu dha.+ Hammuma firiin isaa baayʼachaa deemu, iddoowwan aarsaa isaas ni baayʼifate;+Hammuma lafti isaa oomisha gaarii kennu, utubaawwan waaqeffannaa isaas caalaatti ni bareeche.+