LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “‘Wantoonni kun erga isin irra gaʼanii booda illee, sirreeffama ani isiniif kennu fudhachuu yoo diddanii+ fi na mormuu keessan yoo itti fuftan,

  • Leewwota 26:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kakuu anaa wajjin galtan waan cabsitaniif,+ goraadee isa haaloo baʼu isin irratti nan fida. Magaalota keessan keessatti yoo walitti qabamtan, ani isin gidduutti dhukkuba nan erga;+ harka diinaattis dabarfamtanii kennamtu.+

  • 2 Mootota 8:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Hazaaʼelis, “Gooftaan koo kan booʼu maaliifi?” jedhee isa gaafate. Innis deebisee, “Miidhaa ati namoota Israaʼel irratti geessistu waanan beekuufi.+ Iddoowwan isaanii warra dallaa dhagaa qaban ibiddaan ni gubda; namoota isaanii warra filatamoo taʼan goraadeedhaan ni ajjeesta; ijoollee isaanii lafaan dhooftee ni bubburuqsita; dubartoota isaanii warra ulfa taʼan garaa isaanii ni baqaqsita”+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi