Keessa Deebii 4:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+ Keessa Deebii 28:62 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 62 Isin sagalee Waaqa keessan Yihowaa waan hin dhageenyeef, akkuma urjiilee samii kan hin lakkaaʼamne+ yoo taatan iyyuu, isin keessaa nama muraasa qofatu hafa.+
27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+
62 Isin sagalee Waaqa keessan Yihowaa waan hin dhageenyeef, akkuma urjiilee samii kan hin lakkaaʼamne+ yoo taatan iyyuu, isin keessaa nama muraasa qofatu hafa.+