-
Keessa Deebii 24:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Maasii wayinii kee irraa firii wayinii yommuu sassaabbattu, isa hafe funaanuuf hin deebiʼin. Nama biyya ormaatiif, mucaa abbaa hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef isa dhiisi.
-
-
Ermiyaas 49:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Warri firii wayinii funaanan gara kee yommuu dhufan,
Qaarmiidhaaf akka taʼutti muraasa isaa hin hambisanii?
Hattoonni halkaniin yoo dhufan,
Hammuma barbaadan badiisa geessisu.+
10 Ani garuu Esaawuun qullaatti nan hambisa.
Akka inni dhokachuu hin dandeenyeefis,
Iddoowwan dhokannaa isaa nan saaxila.
-