2 Yaaddoo koo isa duratti nan dhangalaasa;
Waaʼee dhiphina kootii isa duratti nan dubbadha,+
3 Yommuu hafuurri koo na keessatti dadhabutti isatti nan iyyadha.
Atis daandii koo ni argita.+
Isaan daandiin irra deemu irratti
Dhoksaatti kiyyoo naaf kaaʼu.