-
Sefaaniyaa 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Kun magaalaa of tuultuu tasgabbiidhaan taaʼaa jirtu,
Ishii garaa ishiitti, ‘Ana malee kan biraan hin jiru’ jettu sana dha.
Ishiin wanta nama sodaachisu,
Iddoo bineensonni bosonaa ciciisanis taateetti!
Namni ishii biraan darbu hundi ishiitti ni siiqsa, harka isaa aboottatees ishii irratti ni raasa.”+
-