-
Iyyoob 38:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Achiis, ‘Hamma asiitti dhufuu dandeessa, kana irra garuu darbuu hin dandeessu;
Dambaliin kee inni warraaqu as irratti dhaabbata’ yommuun jedhetti ati eessa turte?+
-
-
Faarfannaa 104:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Bishaan gad fagoo akka uffataatti ishiitti uwwisteetta.+
Bishaanonni gaarota gubbaa dhaabbataniiru.
7 Yommuu ati ifattu ni baqatan;+
Sagalee kakawwee keetii yommuu dhagaʼan naasuudhaan ni fiigan,
-
Faarfannaa 107:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Bubbee sana cal jechisiisa;
Dambaliiwwan galaanichaas ni callisu.+
-
-
-