-
Isaayyaas 27:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ati yommuu ishii ergitutti iyya nama naasisuun ishii ni falmita.
Guyyaa bubbee bahaatti inni bubbee cimaadhaan ishii ni ariʼa.+
-
-
Hisqiʼel 17:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Inni buqqifamee bakka kan biraa kan dhaabame taʼus ni dagaagaa? Bubbeen bahaa yommuu itti bubbisu guutummaatti hin goguu? Inni iddoo biqiltuu bakka itti dagaagee ture sana keessatti ni goga.”’”
-