-
Ermiyaas 50:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Waaqni keenya Yihowaan haaloo baʼuu isaa,
Inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo baʼuu isaa+ Xiyoon keessatti labsuuf,
Sagaleen namoota baqachaa jiranii,
Sagaleen namoota biyya Baabilon keessaa miliqaa jiraniis ni dhagaʼama.
-
-
Ermiyaas 51:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Ani hammina isaan Xiyoon keessatti ija keessan duratti raawwatan hundumaatiif,
Baabilonii fi jiraattota biyya Kaladootaa hundumaatiif gatii isaanii nan deebisa”+ jedha Yihowaan.
-