LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 33:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Akkana jedhe:

      “Yihowaan Siinaa irraa ni dhufe,+

      Seʼiir irraas isaan irratti ni ife.

      Naannoo gaarotaa Phaaraan irraa ulfinaan ni ife,+

      Qulqulloonni kumaatama hedduu* taʼan isaa wajjin jiru turan,+

      Loltoonni isaas karaa harka mirgaa isaa jiru turan.+

  • Abbootii Murtii 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa Yihowaa, yommuu ati Seʼiirii+ baatetti,

      Yommuu ati naannoo Edoom keessaa baatee duultetti,

      Lafti ni sochoote, samiiwwan bishaan ni dhangalaasan,

      Duumessoonnis bishaan gad naqan.

  • Faarfannaa 68:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaa Waaqayyo, yommuu saba kee geggeessitetti,*+

      Yommuu lafa onaa keessa darbitetti, (Seelaa)

       8 Lafti ni kirkirte;+

      Waaqayyoon kan kaʼe samiin bokkaa roobse;*

      Siinaan kunis Waaqayyo isa Waaqa Israaʼel taʼeen kan kaʼe ni kirkire.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi