-
2 Mootota 22:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani iddoo kanaa fi jiraattota ishii irratti badiisa isa kitaaba mootiin Yihudaa dubbise+ keessatti barreeffame hundumaa nan fida.
-
-
Isaayyaas 6:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo kanatti ani, “Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti?” nan jedhe. Innis akkana naan jedhe:
“Hamma magaalonni diigamanii namni keessa jiraatu dhabamutti,
Hamma manneen namoota malee hafanitti,
Hamma biyyattiin diigamtee ontutti;+
-